PARTIIN BILXIGGINAA QONDAALTOOTA SABBONTOOTA OROMOO GAGGEYSITEE JIRTI
motummaan biyya bulchaa jiru khun akka waraabeeysa ummata oromoo fixuudhaaf ija ummata oromoo jaamsuudhaaf deemuu akka tahe khana nuti qeerron oromoo shakki hinqabnu 1.khaleeysa hacaaluu ajjesan 2.jawaar mohammed fi qondaaltoota oromoo jajjaboo hidhatti guuran 3.arra ammoo lammaa magarsaa, tayibaa hassanii fii dr.milkeessaa partii bilxigginnaa keessaa nudura dhaabatan gufuu nutti tahan jachuudhan partii keessaa gaggeessan